Bishoftu City Vital And Registration Office

Mission

To increase public awareness on the benefits of social based data registration and ensure the security of recorded data is maintained and passed on to the relevant authorities for legal, administrative and statistical services to ensure the benefits of citizens  

Ergama (Mission)

Faayidaa galmeessa ragaa bu’uura hawaasummaa irratti hubannoon hawaasaa guddatee taateewwan raawwataman aadaa, fedhii fi kaka’uumsa ofiitiin galmeessisuu akka horatan taasisuun nageenyummaan ragaa galmeeffamee eegamee, qaama dhimmi ilaaluuf darbuun tajaajila seeraa, bulchiinsaa, fi istaatistiksiitiif oolee fayyadamummaan lammiilee akka mirkanaa’u taasisuu

 

ተልዕኮ 
     የህብረተሰቡን ግንዛቤ በማህበራዊ ላይ የተመሰረተ የመረጃ ምዝገባን ማሳደግ እና የተመዘገቡ መረጃዎች ደህንነት ተጠብቆ ለሚመለከታቸው አካላት ለህጋዊ፣ አስተዳደራዊ እና ስታቲስቲክስ አገልግሎቶች የዜጎችን ተጠቃሚነት ለማረጋገጥ ያስችላል።

 

Civil Registration and Vital Statistics

 

 


Vision

By 2017, Social Basic Data will be registered throughout Oromia as a source of political, economic and social policy information, creating a clean and reliable source of data that will make the people of the region the beneficiaries of legal, administrative and statistical services; 

                             Mul’ata (Vision)

    Bara 2017 tti Ragaan Bu’uuraa Hawaasummaa guutuu Oromiyaa keessatti akka galmaa’an taasisuudhaan madda odeeffannoo imaammata siyaasaa, dinagdee fi hawaasummaa ta’uun, uummata naannichaa fayyadamaa sirna tajaajila Seeraa, Bulchiinsaa fi Istaastiksii kan taasisu madda Ragaa qulqulluu fi amanamaa ta’e uumuu;

 

  ራዕይ 
     እ.ኤ.አ. በ 2017 የማህበራዊ መሰረታዊ ዳታ በመላው ኦሮሚያ የፖለቲካ፣ የኢኮኖሚ እና የማህበራዊ ፖሊሲ የመረጃ ምንጭ ሆኖ በመመዝገብ ንጹህ እና አስተማማኝ የመረጃ ምንጭ በመፍጠር የክልሉን ህዝብ የህግ፣ የአስተዳደርና የስታቲስቲክስ አገልግሎት ተጠቃሚ ያደርጋል።

 

 

Civil Registration and Vital Statistics

 


Core Values

  • Responsibility
  • Transparency
  • Justice
  • Equity
  • Provide efficient services
  • Working for a shared vision
  • Prepare and work for change
  • Security Protect basic community evidence
  • Keeping confidentiality

Duudhaalee Ijoo

  • Itti-gaafatamummaa
  • Iftoomina qabaachuu
  • Haqa
  • Al-loogummaa
  • Tajaajila gahumsa qabu kennuu
  • Mul’ata waliinii hojjechuu
  • Jijjiiramaaf qophaa'ii hojjedhu
  • Nageenya Ragaa hawaasaa bu’uuraa eeguu
  • Iccitii eeguu

ዋና እሴቶች

  • ኃላፊነት
  • ግልጽነት
  • ፍትህ
  • ፍትሃዊነት
  • ቀልጣፋ አገልግሎት ይሰጣል
  • ለጋራ ራዕይ መስራት
  • ተዘጋጅተው ለለውጥ ስራ
  • ደህንነት መሰረታዊ የማህበረሰብ ማስረጃዎችን ጠብቅ
  • ምስጢራዊነትን መጠበቅ

Powers and duties of the office
1. Monitor, support and control the registration of social infrastructure data in the region and the issuance of certificates.
2. Work with the relevant authorities and provide support regarding the preparation and distribution of documents necessary for the registration of social infrastructure data.
3. Ensure that the documents required for the registration of social infrastructure data are made available to the registration bodies of social infrastructure data at all levels.
4. Prepare the implementation plan for the registration of social infrastructure data and information use system with the relevant body and monitor its implementation.
5. Provide and ensure that various awareness and trainings are provided regarding the registration of social infrastructure data.
6. Conduct studies on the implementation of the registration of basic social data, implement the results and ensure their implementation;
7.Submit the registered basic social data to the relevant authority from time to time.
8Coordinate with relevant bodies in the registration of basic social data.
9. Generate policy recommendations regarding the social basic data registration system, submit them to the relevant authorities, implement them when approved and ensure their implementation

Aangoo fi hojii mana hojichaa
1. Ragaa bu’uuraalee hawaasaa naannichatti galmaa’uu fi kennaa waraqaa ragaa ni hordofa, ni deeggara, ni to’ata.
2. Qophii fi raabsaa sanadoota ragaalee bu’uuraalee hawaasaa galmeessuuf barbaachisan ilaalchisee qaama dhimmi ilaalu waliin hojjechuun deeggarsa ni taasisa.
3. Sanadoonni galmee ragaa bu’uuraalee hawaasummaaf barbaachisan qaamolee galmeessa ragaa bu’uuraalee hawaasummaa sadarkaa sadarkaan jiraniif akka dhiyaatan ni taasisa.
4. Karoora raawwii galmee ragaa bu’uuraalee hawaasaa fi sirna itti fayyadama odeeffannoo qaama dhimmi ilaalu waliin qopheessuun hojiirra oolmaa isaa ni hordofa.
5. Galmeessuu ragaa bu’uuraalee hawaasaa ilaalchisee hubannoo fi leenjiin adda addaa akka kennamu ni taasisa.
6. Raawwii galmee ragaalee hawaasummaa bu’uuraa irratti qorannoo ni gaggeessa, bu’aa argame hojiirra ni oolcha ni mirkaneessa;
7. Daataa hawaasummaa bu’uuraa galmaa’e yeroo yerootti qaama dhimmi ilaallatuuf ni dhiyeessa.
8 Galmeessuu ragaalee hawaasummaa bu’uuraa irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin ni qindeessa.
9. Sirna galmee ragaa bu’uuraa hawaasaa ilaalchisee yaada imaammataa ni maddisiisuu, qaama dhimmi ilaallatuuf ni dhiyeessa, yeroo mirkanaa’u hojiirra oolchuu fi hojiirra oolmaa isaa ni mirkaneessa

የቢሮው ሥልጣንና ተግባር
1. በክልሉ ውስጥ የማህበራዊ መሠረተ ልማት መረጃዎችን መመዝገብ እና የምስክር ወረቀቶችን መስጠትን መከታተል, መደገፍ እና መቆጣጠር.
2. ከሚመለከታቸው ባለስልጣናት ጋር መስራት እና የማህበራዊ መሠረተ ልማት መረጃዎችን ለመመዝገብ አስፈላጊ የሆኑ ሰነዶችን ማዘጋጀት እና ማከፋፈልን በተመለከተ ድጋፍ መስጠት.
3. የማህበራዊ መሠረተ ልማት መረጃዎችን ለመመዝገቢያ የሚያስፈልጉ ሰነዶች በየደረጃው ለሚገኙ የማህበራዊ መሠረተ ልማት መረጃዎች ምዝገባ አካላት መኖራቸውን ማረጋገጥ.
4. የማህበራዊ መሠረተ ልማት መረጃዎችን እና የመረጃ አጠቃቀም ሥርዓትን ከሚመለከተው አካል ጋር ለመመዝገብ የትግበራ እቅድ ማዘጋጀት እና አፈጻጸሙን መከታተል።
5. የማህበራዊ መሠረተ ልማት መረጃ ምዝገባን በተመለከተ የተለያዩ ግንዛቤዎችን እና ስልጠናዎችን መስጠትና ማረጋገጥ።
6. በመሠረታዊ የማህበራዊ መረጃ ምዝገባ አተገባበር ላይ ጥናቶችን ማካሄድ, ውጤቱን ተግባራዊ ማድረግ እና አፈፃፀማቸውን ማረጋገጥ;
7. የተመዘገበውን መሰረታዊ ማህበራዊ መረጃ በየጊዜው ለሚመለከተው አካል አስረክብ.
8በመሠረታዊ ማህበራዊ መረጃ ምዝገባ ውስጥ ከሚመለከታቸው አካላት ጋር ማስተባበር።
9. የማህበራዊ መሰረታዊ መረጃ ምዝገባ ስርዓትን በተመለከተ የፖሊሲ ምክሮችን ማመንጨት, ለሚመለከታቸው አካላት ማቅረብ, ሲፈቀድ ተግባራዊ ማድረግ እና ተግባራዊነታቸውን ማረጋገጥ.

 

 

 

 

Our Location

  • Address: Bishoftu
  • Phone:
  • Fax: 0114303744
  • Po. Box:
  • Email:
  • Website:

  • official Since Jun 11 2023
  • Official Portrait Download

follow me